Menu
Back to News
Community Engagement · 2 min read

Community Impact & Green Legacy

Abdi Gudina Financial Cooperatives Union’s Board of Directors and Management visited Haarome Farmers’ Village to witness a house constructed for a farmer through the Union’s Social Responsibility Fund and contributed to the Green Legacy Initiative by planting trees within the farmer’s compound.

The Board of Directors and Management of Abdi Gudina Financial Cooperatives Union (AGFCU) visited Haarome Farmers’ Village to witness a house constructed for farmers through the Union’s Social Responsibility Fund.

During the visit, the team also contributed to the Green Legacy Initiative by planting trees within the farmer’s compound.

This initiative demonstrates AGFCU’s commitment to improving members’ livelihoods while promoting environmental sustainability and community development. Through such efforts, the Union continues to contribute to the well-being of its members and the communities it serves.

Building Lives. Growing Communities. Protecting Our Environment.


የማህበረሰብ ተፅዕኖ እና አረንጓዴ አሻራ

የአብዲ ጉዲና ፋይናንስ ህብረት ሥራ ማህበራት ዩኒየን (AGFCU) የቦርድ አባላትና ማኔጅመንት በዩኒየኑ የማህበራዊ ኃላፊነት ፈንድ ለአርሶ አደሮች የተገነባውን ቤት ለማየት ሃሮሜ አርሶ አደሮች መንደርን ጎብኝተዋል።

በጉብኝቱ ወቅት ቡድኑ በአርሶአደሮቹ ግቢ ውስጥ ዛፎችን በመትከል በአረንጓዴ አሻራ ኢኒሺዬቲቭ ላይ ተሳትፏል።

ይህ ተግባር AGFCU የአባላቱን ኑሮ ከማሻሻል ባሻገር የአካባቢ ጥበቃንና የማህበረሰብ ልማትን ለማበረታታት ያለውን ቁርጠኝነት ያሳያል። ዩኒየኑ በእንደዚህ ያሉ ተግባራት ለአባላቱና ለሚያገለግላቸው ማህበረሰቦች ደህንነት አስተዋፅዖ ማድረጉን ይቀጥላል።

ሕይወትን እንገነባለን። ማህበረሰብን እናሳድጋለን። አካባቢያችንን እንጠብቃለን።


Tajaajila Hawaasummaa fi Ashaaraa Magariisummaa

Koreen Boordii fi Manajimentiin Yuuniyeenii WHG Faayinaansii Abdii Gudinaa (AGFCU) mana Qonnaana Bultootaaf bajata tajaajila hawaasummaa isaa irraa qonnaan bulaa harka qalleeyyii tokkoof  Qe’ee Haaromee keessatti mana ijaarsisise daawwataniiru.

Yeroo daawwannaa kanaatti, jiilli yuuniyeenichaa walitti qabaa boordichaan durfamu biqiltoole dallaa mana ijaaramee keessatti dhaabuun ashaaraa magariisa (Green Legacy Initiative) irratti hirmaateera.

Tajaajila tola ooltummaa fi hawaasummaa kanaan yuuniyeeniin jireenya miseensotaa fooyyessuuf qofa osoo hin taane, itti fufiinsa naannoo fi misooma hawaasaa jajjabeessuuf kutannoo qabu kan agarsiisudha. Yuuniyeenichi hojiiwwan akkanaa keessatti hirmaachuun fayyaa fi jireenya miseensotaa akkasumas kan hawaasa bal’aa  jijjiiruuf gumaacha isaa itti fufsiisaa jira.

Jireenya ni ijaarra. Hawaasa ni guddifna. Naannoo keenya ni eegna.

Event Gallery

Related news

No related news found.